Nabiyyiin -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- yeroo mana fincaaniitii ba'anutti akkana jedhu ture: «Ghufraanaka» jechuunis: ararama keen barbaada jechuudha

Nabiyyiin -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- yeroo mana fincaaniitii ba'anutti akkana jedhu ture: «Ghufraanaka» jechuunis: ararama keen barbaada jechuudha

Aa'ishaa haadha mu'umintootaa irraa akka odeeffametti -Rabbi isii irraa haa jaallatu- Nabiyyiin -Rabbiin rahmtaa fi nageenya isaan irratti haa buusu- yeroo mana fincaaniitii ba'anutti akkana jedhu ture: «Ghufraanaka» jechuunis: ararama keen barbaada jechuudha.

[sirrii] [abuu daawud, tirmizii, ibnumaajah fii ahmad odeessan]

الشرح

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- yeroo dhimma isaanii ba'atanii mana fincaaniitii ba'anutti akkana jedhu ture: (ghufraanaka) araarama keen barbaada jechuudha.

فوائد الحديث

Booda mana fincaaniitii ba'anii "ghufraanaka" jechuun jaallatamaa ta'uu isaa.

Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- haala isaanii hunda keessatti istighfaara gochuu isaanii.

sababaan booda mana fincaaniitii ba'anii araarama barbaaduu: hirdhina tola Rabbii hedduu galatoomfachuu keessatti jiruufi, tola sana keessaa wanti rakkina nama irraan ga'u ba'uu isaati, akkasuma yeroon mana fincaanii turetti zikrii kee irraa waanan qabameef araarama keen barbaada.

التصنيفات

naamusa mana fincaanii