إعدادات العرض
Mu'uminni kan akkaan arrabaan nama woraanuu miti, akkaan kan nama abaarus miti, gadhees miti, afaan badaa miti
Mu'uminni kan akkaan arrabaan nama woraanuu miti, akkaan kan nama abaarus miti, gadhees miti, afaan badaa miti
Abdullaah ibnu Mas'uud irraa akka odeeffametti -Rabbi isa irraa haa jaallatu- ni jedhe: ergamaan Rabbii -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- ni jedhani: «Mu'uminni kan akkaan arrabaan nama woraanuu miti, akkaan kan nama abaarus miti, gadhees miti, afaan badaa miti».
الترجمة
العربية অসমীয়া Bahasa Indonesia Kiswahili Tagalog Tiếng Việt ગુજરાતી Nederlands සිංහල پښتو Hausa മലയാളം नेपाली Кыргызча English Svenska Română Kurdî Bosanski فارسی తెలుగు اردو ქართული Moore Српски Magyar Português Македонски Čeština Русский Українська हिन्दी አማርኛ Malagasy Kinyarwanda Wolof ไทย मराठी ਪੰਜਾਬੀ دری Türkçe বাংলা ភាសាខ្មែរ Lietuvių ಕನ್ನಡالشرح
Nabiyyiin -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- gosa isaaniitiin namoota kan aybeessu ta'uun, abaarsaa fi arraba heddummeessuun, hojii badaa hojjachuun, jecha safuu hin qabne dubbachuun hojii mu'umina iimaana guutuu qabuu akka hin taane himani.فوائد الحديث
keeyyattoota shari'aa keessatti imaana dhabamsiisuun hojii haraamaa hojjachuun yookaan dirqama dhiisuun malee hin ta'u,
waan badaa irraa qaama ofii eeguutti kakaasuutu keessa jira, keessattuu arraba.
Aalimni Islaamaa Assindiin akkas jedhe: jecha waan tokko keessatti honga ga'uu ibsuun dubbachuun(Axxa'aan, wolla'aan) woraansi arrabaa fi abaarsi xiqqoon nama isa haqa godhatuuf sifa iimaanaatiin waamamuu irratti homaa miidhaa akka hin qabne akeekuutu keessa jira.