إعدادات العرض
gorsa qalbiijiisu
gorsa qalbiijiisu
1- Hojiin kamuu niyaadhaani, nama kamiifuu waanuma inni niyyatetu isaaf jira
2- Halalli ifa galaadha, haraamnis ifa galaadha
5- Tokkoon keessan hinamanu hanga fedhiin isaa waan ani ittiin dhufe (islaamummaa) hordofutti
8- “Dammaqaa! cubbuu gurguddaa isiniif himuu?
10- Torban balleessituu taate irraa fagaadhaa
12- Rabbiin hojii irraa hanqinuma inni qabuun waliin Jannata isa galcha
15- ''Jannanni gara tokkoo kessaniitti Haada kophee keessanii irra dhihaatti, ibiddis akkasuma''
16- Ibiddi fedhiiwwaniin haguugamte, jannanni immoo waan jibbamaan haguugamte
18- Halalli ifa galaadha, haraamnis ifa galaadha
20- hojiin kamuu kan madaalamu niyyaadhaani, hunda namaatiifuu woma niyyate qofaatu isaaf jira
23- Booda kootii dhiirota irratti qormaata miidhaa ta'e kan akka dubartootaa hin dhiifne
27- Rabbiin jannataa fi ibidda yeroo uumetti Jibriiliin -nagaan isarra haa jiraatu
31- Fakkeenyi hiriyyaa gaarii fi hiriyyaa hamaa akka nama miskii baatee fi nama beeloo afuufuudha
40- Ummanni kiyya hundinuu nagaa keessa jiraatu warra badii hojjatanii muldhisan malee
41- Tokkoon keessan yaada isaa Rabbitti tolchu malee akka hin duune
46- Adunyaa kana irratti akka keessummaa ykn nama karaa dabruu ta’i
55- Hoolaa buburree fakkeeffamee duuti qabamee fidama
56- Ibiddi keessan ibidda jahannam qooda torbaatama irraa qooda tokkicha
58- Rabbiin karaa sirriif fakkeenya godhe
61- {Ergasii wallaahi guyyaa san qananii irraa ni gaafatamtan}
