إعدادات العرض
fiqhii ibaadaa - الصفحة 2
fiqhii ibaadaa - الصفحة 2
1- Bishaan isaa qulqulluudha, du'aan isaas halaala
2- Bishaan hubboo /gaawwaa lama yoo ga'e najisa/xurii hin baatu (hin Najisaahu)
9- “Hanga yeroo laguun kee sitti turu san tilmaamii turi, Eegasii dhiqadhu”
13- Tokkoon keessan uffata tokko uffatee, ceekuu isaa lamaan irratti osoo homaa hin uffatin hin salaatin
26- Qabeenya keessaniin, lubbuu keessaniinii fi arraba keessaniin mushrikootatti duulaa
29- ani obboleessa worra banii sa'ad bin Bakir kan ta'e Dimaam bin sa'alabaan jedhama
30- Nabiyyiin -nagaa fi rahamatni irra haa jiraatu- salaata hunda irratti wuduu’a godhachaa turan
31- Nabiyyiin -nagaa fi rahmatni irra haa jiraatu- yeroo tokko tokko wuduu’a godhatan
32- Nabiyyiin -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo lama lama wuduu’a godhatan
36- Yeroo mu'azzina dhageessan waan inni jedhu jedhaa, ergasii salawaata na irratti buusaa
37- Namni Rabbiif jecha masjiida tokko ijaare, Rabbiin jannata keessatti waan isa fakkaatu isaaf ijaara
39- “Tokkoon keessan yeroo masjiida seene osoo hin taa’in raka’aa lama haa salaatu”
41- “Yaa Bilaal, slaata dhaabi, salaataan hafuura nu baafachiisi
42- Yaa ummata kana akka isin natti hidhattanii salaata koo bartaniif jecha akkas godhe
52- yeroo Ramadaanni dhufe umraa godhi, Umraan Ramadaana keessaa Hajjitti qixxoofti
59- Namoonni afxira hanga ariifachiisanitti toltuu irratti ta'uu irraa hin deemani
63- Suhuura nyaadhaa, suhuura keessa barakaatu jiraa
