إعدادات العرض
fiqhii ibaadaa
fiqhii ibaadaa
1- “Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
8- Rifeensa affarroo (hidhii gubbaa) gabaabsaa, Areeda dhiisaa
10- Yaa Rabbi qabrii koo taabota hin taasisin
12- “Rabbiin salaata tokkoo keessanii hin qeebalu, yeroo inni wuduu’a cabse hanga wadda'atuutti
13- Siwaakiin afaaniif qulqullina, Rabbiif waan isa jaallachiisu
17- Warra du'an hin arrabsinaa, isaan gara waan dabarsaniitti (hojii isaaniitti) deemaniiru
18- Salaata subhii namni salaate eegumsa Rabbii keessa jiraata
20- Rabbiin ni jedhe: "yaa ilma Aadam kenni anis siifan kennaa
23- Namni salaata Asrii dhiise dhugaatti hojiin isaa jalaa bade
25- Qabriiwwan irra hin taa'inaa, isiitti gara galtaniis hin salaatinaa
27- Humna torba irratti akkan sujuudu ajajame
29- Allaahumma Antassalaamu, Waminkassalaamu, Tabaarakta Yaa Zaljalaali Wal ikraam
33- “Islaamummaan waan shan irratti ijaarame
36- Koomeewwaniif ibidda irraa adabbiin mirkanaa'e, wuduu'a guutaa godhaa
37- Yemmuu Mu'azinni akkana jedhe: Allaahu Akbar, Allaahu Akbar
39- “Jidduu namichaatti fi jidduu shirkii fi kufritti salaata dhiisuutu jira”
40- “Kakuun jidduu nuu fi isaanii jiru salaata, namni isa dhiise dhugumatti kafare”
42- Nama jechi Rabbii ol'aantummaa akka argatuuf loleetu karaa Rabbii keessatti qabsaa'aadha
43- “Yeroo Azaana dhageessan, fakkaatuma lallabaan jedhu jedhaa”
44- dhiisi ani Qulqulluu haala ta'aniinin isaan lameen godhadhee
46- Tarree keessan qajeelchaa, tarree qajeechuun salaata guutuu irraayi
48- Nabiyyii irraa -Rabbiin rahmataa fi nageenya isaan irratti haa buusu- Rak’aa kudhanin haffaze
53- Ergamaan Rabbii -nagaa fi rahmanni irra haa jiraatu- yeroo salaata jalqabuuf jedhan,
56- Allaahumma baa'id beynii wa beyna khaxaayaaya kamaa baa'adtta beynal mashriqi walmaghrib
57- Yeroo sareen meeshaa tokkoo keessanii keessaa dhugdetti si'a torba isa haa dhiqu
60- Akkaataa xurii janaabaa irraa itti dhiqatan
66- wuduu'a akka Nabiyyii -nagaa fi rahmanni isaan irratti haa jiraatu
78- Karaa Rabbii keessatti miilli lamaan gabrichaa dhukkooftee ibiddi kan isa tuqu hin taane
79- Namni salaata qorraa lamaan salaate Jannata seena
87- “Nama Faatihaa hin qara’iniif salaanni hin jiru”
89- Isin keessaa namni salaata Jum'aa dhufuu barbaade haa dhiqatu
95- Namni osoo aduun hin ba’inii fi osoo aduun hin lixin salaate ibidda jahannam hin seenu
