إعدادات العرض
sadarkaaleefii naamusoota - الصفحة 2
sadarkaaleefii naamusoota - الصفحة 2
1- Namni duuniyaatti hariira offate aakhiraatti isa hin offatu
4- dhiisi ani Qulqulluu haala ta'aniinin isaan lameen godhadhee
10- Fakkeenyi hiriyyaa gaarii fi hiriyyaa hamaa akka nama miskii baatee fi nama beeloo afuufuudha
14- Rabbiin gabricha isaatti irra dhihoo kan ta'u dhuma halkan wolakkaati
30- Waan Rabbiin diliiwwan isaan haqee sadarkaalee isaan ol kaasutti isin qajeelchuu?
32- Ani jecha tokko beeka osoo isa jedhee aariin kun irraa deema ture
35- Ani yaada gabricha koo bira jira, yeroo inni na yaadatu isa waliin jira
40- Ummanni kiyya hundinuu nagaa keessa jiraatu warra badii hojjatanii muldhisan malee
42- Tokkoon keessan yaada isaa Rabbitti tolchu malee akka hin duune
46- Fakkeenyi nama Rabbii isaa yaadatuu fi kan hin yaadannee akka warra jiranii fi warra du’aniiti
54- Adunyaa kana irratti akka keessummaa ykn nama karaa dabruu ta’i
55- Arrabni kee Zikrii Rabbiitiin jiidhuu hin dhiisin
56- Tokkoon keessan hanga waan lubbuu ofiitiif jaallatu obboleessa isaatiif jaallatutti hin amanne
57- Musliima arrabsuun fisqii/safuu dhabuu dha, isan loluun ammoo kufriidha
61- Namni don'i nama ani isa biratti dubbatamee salawaata narratti hin buusini
64- Du'aa'in azaanaa fi iqaamaa jidduutti hin deeffamu
65- Yaa Rabbi amantii koo isa eegumsa kiyyaaf ta'e naaf tolchi
67- Yaa Rabbi addunyaa fi aakhirattis fayyaa si kadhadha
70- Yaa Rabbi! liqaan moo’amuu , diinaan moo’amuu fi diinni namatti gammaduu irraa sitti maganfadha
71- Yaa Rabbi siin bariisifanne, siin galgaleefanne, siin jiraanna, siin duuna, deebiin garuma keeti
85- Eenyu hiyyeessa akka ta'e beektuu?
86- Osoo soba ta'uu isaa beekuu namni hadiisa tokko narraa odeesse, inni sobdoota irraa isa tokkodha
93- “Dhiirri qaama saalaa dhiiraa hin ilaalu, dubartiinis qaama saalaa dubartii hin ilaaltu
